Oromoo taatanii qubee Afaan Oromoo sirnaan qubeessuu hin beektan taanan bishaan baaldii lama dhugaa du'aa.(Barsiisaa keenya)
Hub: Afaan Oromoo sirnaan qubeessuu wallaaluu keef ofitti qaanfachuu dandeessa. Garuu qubeessuu wallaaluu keef maddi rakkoo barsiisaa ganama si barsiise san akka ta'uu danda'u hin dagatin.
Har'aa kaastee qubee Afaan Oromoo sirnaan qubeessuu yoo barbaadde:
Dursa afaan keetiif iddoo guddaa kenni.
Afaan keetiin booni.
Ofitti amantummaa qabaadhu.
Barachuuf of-qopheessi.
Shaakali.
Waan si dhibe gaafadhu.
Itti fufa......
BIOCHEM
Comments